Maal goote dhiiga koo Maal goote yaa Baatte Ni qabsoofte malee Dhugaadhaaf dhaabattee Maaddii fi biddeen raqaa Didde malee nyaachuu Roorroo garboomfataa Didde malee baachuu Maal goote maal badiin Ajjeechaan si ga'e Deebii fi galanni kee Maaf rasaasa ta'e
0
7
10
345
0
Download Image