Search results for #Ebla15GGO
Sabni goota hin qabne fi sabni biyya hin qabne saba hin jedhamu. Baga #Ebla15GGO kana marsaa 40ffaa geessan.
Sabni goota hin qabne fi sabni biyya hin qabne saba hin jedhamu. Baga #Ebla15GGO kana marsaa 40ffaa geessan.
Oromiyaanota kanaan galatoomaa jedhaa! Isin lubbuu nuuf kennitanii qabsoo jirachiftan, nun immoo maallaqaan qabsoo keenya tumsina jechuun Qr.1.15M arjoomanii jiru. Qabsoon rasaasaan qofa miti. #Ebla15GGO baga geessan!!
#Ebla15GGO Waaqayyo nama kaayyoo jaallan kufanii galmaan gahu nu haa taasisu!
#Ebla15GGO dhaloonii bara baraan nii yaadata. Warra nuu ibsuuf jeecha wareegame
@bilisummaa39 #Ebla15GGO baga geessan Oromiyaanotni! #WBOTumsaa
#Oromia: Liberated part of Oromia celebrate #Ebla15GGO Galatoomaa WBO
Celebration of #Ebla15GGO in liberated part of Oromia. Galatoomaa WBO
#Ebla15GGO Galatoomaa WBO
"you are Ethiopian" We, Oromian are saying, we're Oromian. #Ebla15GGO #OromiyaanBiyya #WBOduratti
"you are Ethiopian" We, Oromian are saying, we're Oromian. #Ebla15GGO #OromiyaanBiyya #WBOduratti https://t.co/VXZYudq5rv
@Freefreefree44 What are you talking about? We're in Oromia not in Ethiopia!! Where's Ethiopia? #Ebla15GGO #PPMustGo
#WBOZKB ona Dugdaa fi Adaamii Tulluutti ergamtuu diinaa 55 du'aan, akkasumas, 48 immoo madoon adabee jira. #Ebla15GGO Gumaa Jaal Battee Urgeessaa dachaan baasaa jira WBOn!! Abiy ni kufa, Walabummaa dhiigaan dhufa!! Suurri kan Jaal Booruu, Urjii Lolaati.