Waaqoo Bilisummaa @waaqoo64899498
890 Joined June 2022-
Tweets127K
-
Followers4K
-
Following2K
-
Likes36K
Gaafa 4/10/2024: Godina Wallagga Lixaa Aanaa Yuubdoo Ganda Ciisaa Boorriitti Barsiisaa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ciisaa Boorrii kan ta’e Barsiisaa Bijigaa Immiruu badii tokko malee Waraana Impaayera #Ethiopia|n ajjeefame. #AbiyIsAWarCriminal
Ajjeechaa Jaal Battee Urgeessaa wajjin walqabatee Waraanni Impaayera #Ethiopia, namoota 13 hidhee jira. Miiloo fi Simboo Urgeessaa warra hidhaman keessa jiru. PP fi Waraanni Impaayera #Ethiopia nyaapha uummata Oromoo dha! #AbiyIsAWarCriminal
Finfinnee kutaa magaalaa Shaggar Siitii aanaa Akaakoo Mana Abbichuu keessatti manneen 280 ol diigamuun himame. #AbiyIsAWarCriminal
Gaafa 3/5/2024: Waraanni Impaayera #Ethiopia godina Booranaa aanaa Miyoo, magaalaa Hiddii Lolaa keessatti dargaggoo Qallaa Abduubaa jedhamu uleen mataa irra rukutuun doqdoqqee irraa erga buusaniin booda, lafatti tumanii ajjeesaniiru. Hin dagannu! #AbiyIsAWarCriminal
Gaafa 3/9/2024: Goodina aanaa Gindabarat ganda Muka Diimaa Sootalloo keessatti manneen namoota hedduu gubanii jiru. #AbiyIsAWarCriminal
Gaafa 3/82024: Humni finxaaleeyyii Amaaraa #FANO godina kaaba Shaggar aanaa Darraa keessatti manneen jiraattotaa 450 ol gubuun, namoota ajjeesuu fi ukkaamsuun barame. #AbiyIsAWarCriminal
Saamicha, hidhaa, fi daraaraan uummata #Oromoo kan Wallagaa, Matakkal, Shawaa, Arsii, Baalee, Gujii, Boorana, fi Haarargee keessa jiraatanitti cimee itti fufee jira. Gabrummaan hiddaan buuqa’uu qabdi! Oromiyaan Biyya! #AbiyIsAWarCriminal
Bakka godina Booranaa aanaa Miyoo: Dargaggoo Jaldeessa Turaa kan jedhamu, Waraana Impaayera #Ethiopia|n doqdoqqee irratti rasaasa torbaan rukuutan. Jaldeessaan du’aaf jireenya gidduu jiraachuunis beekameera. #AbiyIsAWarCriminal
Ani abadan hin callisu! Ani sagalee saba koo kan cuunqurfamaa jiruuf, nan iyya. Anii #Oromoo dha! Iyyaa iyya dabarsaa. #AbiyIsAWarCriminal
Gaafa 4/9/24, magaalaa Maqii: Waraanni Impaayera #Ethiopia badii tokkoo male, Aangawaa Qondaala Siyaasaa ABO, Jaal Battee Urgeessaa haala sukkanneesaan rasaasa itti roobsani ajjeesan. Abadan hin dagannu. #AbiyIsAWarCriminal
Abiy's police didn't allow Battee's family to take his corpse for an autopsy examination. The police arrested dozens of people who attended Battee’s funeral, including journalist Sora Jirma A. from Finfinnee. @SenateForeign @hrw @AP #AbiyIsAWarCriminal
Market Strike & Transportation Blocked Declaration to honor the legacy of the late Jaal Battee Urgeessaa (Statement from QBO) rb.gy/4dwd56 . @SecBlinken @SenateForeign @MikeHammerUSA @EUSR_Weber @eu_eeas @NorwayMFA @AP @Reuters @amnesty #AbiyIsAWarCriminal
Oromos in different universities have started protesting against Fascist Abiy on the assassination of Battee U. NO EARTHLY POWER WILL STOP OROMOS FROM BEING FREE! @SecBlinken @hrw @SenateForeign @EUSR_Weber @NorwayMFA @Reuters #AbiyIsAWarCriminal
‘The spirit of Jaal Batte Urgessaa remains eternally woven into the fabric of our nation’s history, inspiring his generation and generations yet unborn to rise and carry forth the torch of liberty.’ shorturl.at/cIJW7 @MikeHammerUSA #UN @AP @NorwayMFA #AbiyIsAWarCriminal
Dhiiroo Garbii @DhiirooGarbii
31K Followers 2K Following Osoon Lubbuun Jiruu Itiyoophiyaa Waliin hin Jiraadhu Oromiyaa Walaboomte Keessa Malee,ani Dhiiroo Garbii Pro-independent Oromia Beekkamaatu Beekaa Dhokse.!𝐈𝖓𝖙𝖆𝖑�.. @hawwiijatani
33K Followers 1K Following ABO / WBO Spirit of Oromummaa and the symbol of freedom! OromoRevolution Pioneer!Haqaan Niimoona @HaqaanN
6K Followers 251 Following 👉Calanqootti #Harka 👉Aanooleetti #Harma 👉Wallaggaatti #Morma #EthiopiaOutOfOromiaHawwii too Bilisummaa @HawwiiOromoo11
6K Followers 1K Following #OROMIYAAN_BIYYA #Impayeerri Qawweedhaan ijaramte kaan diigamtus qawweedhani WBO kaan jabeeffachu qabu Oromoodha #OromoLiberationArmyAsnaketch Woldetensa @AWoldetensa
10K Followers 2K Following Open, never hesitate to express myself for what I believe is right, In my mind #Farmers #FarmlandMustProduceFood #EnvironmentProtection4Life #Climate4HumanityLoltuu haqaa hintuqii.. @Qaalisaba
5K Followers 376 Following https://t.co/4H15EiN5Oh https://t.co/4H15EiN5OhGarbii Bultoo @GarbiiB
9K Followers 623 Following Osoon Lubbuun jiruu Itiyoophiiyaa waliin hin jiraadhu ani Garbiin Oromiyaa walaboomte keessa malee.𝙟𝙖𝙖𝙡 𝙢.. @JaalMullis1143
5K Followers 5K Following Qabsawan Yoo Kufees Qabson Itti Fufa Hanga Alaba Oromoof Oromiyaa Dhabanuuti.❤💚❤✊Fatii Intalaa Hararge.. @FatiiIntalaa
9K Followers 363 Following https://t.co/crgZgA8D1Q https://t.co/LLySgICR64OROMIA FINFINNEE @OROMIAFINFINNE2
3K Followers 5K Following I am Oromoo my country is Oromia #OromoVoice #FreeOromia #StopOromoGenocideWalabummaa @Walabummaa13
3K Followers 291 Following Walabummaa Oromiyaa Mirkaneessuf, Oromoon Hidhachuu Qaba. Yaa Oromoo Jajjabee Jabeessun Dirqama Keenya Ta'uu Beekka.Muhammed @Muhammed561947
8 Followers 127 FollowingAbera Girma @wolde2mn
10 Followers 182 FollowingMiliyon Dashura @Mili55550
40 Followers 145 FollowingMila-rose Reidy @MilaReidy33981
73 Followers 5K FollowingAbemelek W @AAA1457889
40 Followers 686 FollowingNawwaas sufyaan @NawwaasSuf93266
0 Followers 124 FollowingHalake Wario @halake_wario68
251 Followers 1K Following Astute Social Scientist, possessing the abilities to put reasoned arguments and questions assumptions..Emeline Pih @emeline_emel
74 Followers 5K FollowingOda Likasa @OLikasa67661
8 Followers 696 FollowingXahir Ki Kedir @Xahir_Ki
473 Followers 2K Following Bishoftu City Communication Office Communicator & Camera man Boni Pictures & Printing General ManagerAdrianna Shusterman @AdriannaSh19108
89 Followers 5K FollowingSiraj Argaw @argaw_siraj
19 Followers 224 FollowingBilisuma Fikadu @fikadu_bil24051
49 Followers 146 FollowingSiif-Siin❤💚❤ @FWakwoya
130 Followers 1K Following Anaaf anatu ida'ama namummaa kooti. Sababa namummaa koon qeeqa kamiyyuu simachuu baadhus, beekumsa koorratti dhibbaa dhibba nan fudhadha, gammachuun!Finfinneen Keenya @Finfinneen35884
9 Followers 80 Following https://t.co/Y8EzjyjatI @Finfinneen35884Bettyann Ventress @BettyVentre
27 Followers 5K FollowingBrandee Dwane @BrandeDwa
83 Followers 5K Followingabiyot indale @AbiyotInda55285
6 Followers 135 Following Abon dhaabaa Oromooti. wbo n waraanaa sabati. Abo fi Wbo n gargaar hin ba'aani. Holoola diinaf Abo fi wbo diina gochuuf yaaltuu ni mormaaAlamuddin Hk Oro @hk_oro3103
10 Followers 88 FollowingSummer Wigner @SummeWign
72 Followers 5K FollowingEbbisa @ebisob
634 Followers 379 FollowingAbdulaziz Tajir @TajirAbdul55799
22 Followers 380 FollowingKalid fajii Jamaal @FajiiKalid83014
0 Followers 96 FollowingElly Madduh @mellyMadduh
18 Followers 369 FollowingStefany Stars @StefanySta93268
33 Followers 5K FollowingKeeva Carnovale @CarnovaleK4257
102 Followers 5K FollowingLulu @AwalLemi73079
4 Followers 114 FollowingGeleto Mohammed Adem @Geleto6440Adem
1 Followers 83 FollowingAbdi Bori @AbdiBori1268369
8 Followers 203 FollowingObsa Areri @OAreri4847
3 Followers 72 Followingshariif Nuur @NuurNuu57045
60 Followers 860 Followingobsaasabaoromoo @obsaa91422
10 Followers 214 Following Biyyaaf biyyee Abbaa Keenya ratting jirachuu dadhabnee kanaf salmachuu murteefanne https://t.co/kCOxxZwZ6V @sabaaorom54971 @obsaachann @Abbontv OromoAbdurahmaan Abubakar @AAbubakar28345
6 Followers 143 FollowingDaisy Gleen @gle_dais
49 Followers 5K FollowingSanbata Marga @SanbataM4071
20 Followers 103 FollowingJemal umer @jemal_umer
5 Followers 458 Followingeliku Yadesa @ElikuY33472
28 Followers 333 FollowingAbraham @Abraham95986567
22 Followers 39 FollowingA MIR @AMIR1348300
6 Followers 982 Followinggemechu geleta @gemechu3
74K Followers 78 Following I am called upon to take part in a struggle against evil.Dhiiroo Garbii @DhiirooGarbii
31K Followers 2K Following Osoon Lubbuun Jiruu Itiyoophiyaa Waliin hin Jiraadhu Oromiyaa Walaboomte Keessa Malee,ani Dhiiroo Garbii Pro-independent Oromia Beekkamaatu Beekaa Dhokse.!𝐈𝖓𝖙𝖆𝖑�.. @hawwiijatani
33K Followers 1K Following ABO / WBO Spirit of Oromummaa and the symbol of freedom! OromoRevolution Pioneer!Riqicha Sabaa @riqicha_s
9K Followers 96 Following #Oromo_libration_Army ❤💚❤💌 Oromummaa Aadaaf safuudhaan dabaalee waaqni nubadhaase sarbamuun saamamuun gonkuma hin yaalamu sabni koo dammaqeera!Haqaan Niimoona @HaqaanN
6K Followers 251 Following 👉Calanqootti #Harka 👉Aanooleetti #Harma 👉Wallaggaatti #Morma #EthiopiaOutOfOromiaJawar Mohammed @Jawar_Mohammed
312K Followers 588 Following Interested in social movements, democratization. Currently member of Oromo Federalist Congress telegram channel https://t.co/z4gjzjWQ1UObsaa Abdiisaa @obsaa_abdiisaa
32K Followers 135 Following Graduate of Addis Ababa University in Political Science and International Relations. https://t.co/DeXTw1cmHYQubee MN @QubeeMN
12K Followers 56 Following Our vision is to bridge generational gaps within the Oromo community. STRONG as individuals - together INVINCIBLEHawwii too Bilisummaa @HawwiiOromoo11
6K Followers 1K Following #OROMIYAAN_BIYYA #Impayeerri Qawweedhaan ijaramte kaan diigamtus qawweedhani WBO kaan jabeeffachu qabu Oromoodha #OromoLiberationArmyAsnaketch Woldetensa @AWoldetensa
10K Followers 2K Following Open, never hesitate to express myself for what I believe is right, In my mind #Farmers #FarmlandMustProduceFood #EnvironmentProtection4Life #Climate4HumanityLoltuu haqaa hintuqii.. @Qaalisaba
5K Followers 376 Following https://t.co/4H15EiN5Oh https://t.co/4H15EiN5OhGarbii Bultoo @GarbiiB
9K Followers 623 Following Osoon Lubbuun jiruu Itiyoophiiyaa waliin hin jiraadhu ani Garbiin Oromiyaa walaboomte keessa malee.Koosh'Tik 📍 @OromoKoosh
4K Followers 58 Following Does humanity matter in 21st century ? If not,... ? HUMANITY shall prevail, OROMIA shall prevail!Oromiyaa11 @OromiyaanB11
1K Followers 542 Following hidha fi ajechaan if booda nun debisu #Oromiyaan BiyyaFilippo Grandi @FilippoGrandi
206K Followers 604 Following The official Twitter account of 🇺🇳 UN High Commissioner for @Refugees, Filippo Grandi.ECRE @ecre
41K Followers 2K Following The European Council on Refugees and Exiles is an alliance of 122 NGOs protecting & advancing rights of refugees & asylum seekers. RTs, Following ≠ endorsementUNHCR Asia Pacific @UNHCRAsia
14K Followers 10K Following Official account of UNHCR, the UN Refugee Agency, in Asia and the Pacific. Follow us for stories of hope & resilience of displaced people from the region.Melissa Fleming 🇺�.. @MelissaFleming
137K Followers 10K Following I lead global communications for the @UN to promote a peaceful, sustainable, just & humane world. Our information is verified, based on science + solutions.Jeff Crisp @JFCrisp
53K Followers 610 Following Tweeting on refugees, asylum, migration & borders. Refugee Studies Centre, Oxford. Former Head, Policy Development & Evaluation Service, UNHCR.IOM - UN Migration �.. @UNmigration
242K Followers 3K Following Official account of IOM | Promoting safe, regular and dignified migration since 1951 | Director General: @IOMchiefUNHCR United States @UNHCRUSA
60K Followers 9K Following The official account of #UNHCR, the UN @Refugees Agency, in the United States & the Caribbean. #WithRefugeesVolker Türk @volker_turk
95K Followers 268 Following United Nations High Commissioner for Human Rights | @UNHumanRights Chief #StandUp4HumanRightsUNHCR Government Part.. @UNHCRgov
19K Followers 745 Following UNHCR relies on voluntary contributions from governments that can be allocated flexibly. This is the official account for UNHCR’s govt partners 🤝🌍Amy Pope @IOMchief
58K Followers 385 Following Director General of @UNmigration (IOM). We work to promote safe, orderly, and regular migration.UNHCR News @RefugeesMedia
94K Followers 655 Following The UN Refugee Agency’s official account for media professionals. Follow for @refugees news, updates and developing stories. Link below for media contacts.Judd Devermont @JDevermont
19K Followers 3K Following Operating Partner @KupandaCapital | Former #NSC, @CSIS, @NSC44, @ODNI_NIC | Personal AccountGedeo liberation News.. @GedeoLiberation
3K Followers 282 Following 🇺🇳Gedeo people champion peace and detest fascism, we are dedicated to the continued fight against evil in the whole of Africa! 🌍 “Gedeo liberators from Evil”Bilisummaa @Abenzer32500061
1K Followers 501 FollowingLazii Mahammad @lazii_mahammad
4K Followers 3K FollowingOromiyan biyyaa❤️.. @HalimaA82812571
3K Followers 1K FollowingCUSH.N5 @Dave09265748
1K Followers 700 Following A former lawyer, teacher, human right advocate. I'm an Oromo from oromia who speaks oromiffa primarily. ⏩️⏩️ your own conscious mind is your judgemental!!Laga Hawaash @bilisummaa39
1K Followers 382 FollowingMike Hammer @MikeHammerUSA
29K Followers 458 Following Washingtonian. American diplomat. Father, hubby, sports fan: Commanders, Nats, Wiz, Caps, Hoyas, Real Madrid. Purple. Personal account and views.The New York Times @nytimes
55.2M Followers 879 Following News tips? Share them here: https://t.co/ghL9OoYKMM𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼�.. @Sanyiikoo_Oromo
23K Followers 2K Following But 1st, #Oromo! #RepublicOfOromia. “If your goal doesn't scare you, it isn't big enough”Elon Musk @elonmusk
181.6M Followers 585 FollowingWorld Bank @WorldBank
3.9M Followers 883 Following The official World Bank account. Our vision is to create a world without poverty on a #LivablePlanet. Check: @BancoMundial, @Banquemondiale & @AlbankAldawli.mahamadabdala346@gmai.. @mahamadabdala31
1K Followers 1K FollowingGutu Asefa Dheresa @GetuAsefa9
132 Followers 200 Following Waaqatu Oromoo taasise na uume. Kaayyoo Waaqni na uumee naa ibse galmaan ga'uufan jiraadha. Dhugaa inni naaf ibsee bilisumma saba kootifan dhaabbadha.Unapologetic Christia.. @simpletruthND
5K Followers 386 Following I think therefore I am. If you’d like to support me please do here 🤗 https://t.co/Tunb3BFuzG ✨Pioneer✨ #Impeach44 #FreeAssangeGurmuu Lammii @ejjeeta
144 Followers 102 FollowingSeth Frantzman @sfrantzman
79K Followers 12K Following Middle East security analyst, Phd, author of #DroneWars bylines @Jerusalem_Post @BreakingDefense adjunct fellow @FDD Exec Dir. @MidEast_Center @GulfIsrael;Alex Galitsky @algalitsky
23K Followers 3K Following @ANCA_DC Program Director | 🇦🇲🌹| Words in @TIME, @ForeignPolicy, @Jacobin,@Newsweek, @thedailybeast, @TheHill, @latimes, @TheNatlInterest | Views are my own.Tim Vanden Bempt @tvbempt
38K Followers 783 Following De voeten in Leuven, de blik op #Ethiopië. #EndTigraySiege.Diliman Abdulkader @D_abdulkader
37K Followers 354 Following Foreign policy | National security | Human rightsΝίκος Μιχαη.. @NikosMichailid4
42K Followers 11K Following Observing and analyzing human interaction, values, practices, and meanings/Education, research, entrepreneurship, arts/Ἐν ἀρχῇ ἦν το softwareANCA @ANCA_DC
75K Followers 9K Following The Armenian National Committee of America (ANCA) works for truth, justice, peace & freedom for Armenians and allied Americans.Uzay Bulut @bulutuzay_
27K Followers 4K Following Journalist. PhD candidate. Born in Turkey; writing about my homeland and the region. Views=mine.Rep. Frank Pallone @FrankPallone
54K Followers 3K Following The official Twitter account of Congressman Frank Pallone, Jr. (D) of New Jersey's 6th Congressional District, Ranking Member of @EnergyCommerce.Mutlu Civiroglu @mutludc
135K Followers 4K Following Kurdish Affairs Analyst | DeVerified by Musk || Closely Monitoring #YPG #SDF #Afrin #Kobane #Adiyaman #Rojava #Yazidi #KRG #Turkey #Syria #Iran |#PressfreedomDr Spyros Plakoudas @PlakoudasSpyros
13K Followers 432 Following Assistant Professor of Homeland Security at Rabdan Academy RT # Endorsements / 0 Time for TrollsMichael Rubin @mrubin1971
117K Followers 50 Following Senior Fellow, AEI; Director of Policy Analysis, MEF. (I use twitter to distribute writing/media. I only correspond by email).OROMIYA. BIYAKO @N099888kg
256 Followers 262 FollowingQophii Addaa ONM-ABO Ebla 23-2024 itti Dhiyaadhaa! x.com/i/broadcasts/1…
Kaleessa fi har'a qoodni shamarran Oromoo QBO keessatti qaban guddadha. Shamarran WBO mooraa QBO keessatti ibsituu qaanqee waalabummaa fi Bilisummaatti. Waan qabsoo gaafattu qixa qooddataniru. Shamarran WBO baga guyyaa dubartoota addunyaa geessan!! #OLA
Oduu Waaree ONM-ABO Bitootessa 5,2024 Itti Dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- x.com/arraatao Telegram:- t.me/onm_AbO11 YouTube:- youtube.com/channel/UCFaKS… Rumble:- rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo…
Qophii Addaa Guraandhala 29-2024 itti Dhiyaadhaa! Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii GG Mooraa Barnoota Gargaraa keessatti Barnoota siyaasaa , waraanaa fi Ogummaa Fayyaan barsiisa ture eebbisiise Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- x.com/arraatao Telegram:-…
You are invited to a Zoom webinar. Mar 2, 2024 12:00 PM Eastern Time Topic: Marii Sochii Jaarmayaa Hawaasaa Oromoo Guddicha Kaaba Amerikaa Zoom Link 👇🏾 us02web.zoom.us/j/85918061925?… Webinar ID: 859 1806 1925 Passcode: 055341
Imala dheeraan booda J Marroon qaaman as bahee uummata isaaf waa jechuuf jedha waan ta'eef isiniis sagalee isaa yaaddan wan jirtanif waliin dhagahuuf 123....
Baga gammaddan! Waraanni Bilisummaa Oromoo giddu galeessaa kaadhimamtoota haaraa simatee ji'ootaaf leenjisaa ture eebbisiisaa jira. WBO'n dhiyeenya kana magaalaa finfinneetti bakka aanga'oonni ol'aanoon fi ummanni naannoo argamanitti eebbifamee dirqama itti aanuuf qophaa'ee jira.
Duula Minilik Baha Oromiyaa irratti godhee fi lola Calanqoo irratti geggeeffame Pr. Mahaammad Hasaniin – Qeerroo Bilisummaa Oromoo qbo-abo-wbo.org/2024/02/28/duu…
"Koree Nageenyaa/ Ethiopian Gestapo" #AbiyIsAWarCriminal #AbiyIsATerrorist
Oduu: Miidiyaa India #First_post jedhamu, dhimma qorannoo #Reuters Ethiopia's #Gestapo jechuun koree Abiy sana gabase. #Gestapo maqaa "Koree Nageenyaa" dhoksaa sirni #Naazii Jarmanii fi Europe qabate keessatti humna nama balleessu itti fayyadamaa turedha.
#OromoGenocide: Guraandhala 28/2024 Kaabaa Oromiyaa godina Wallootti Faannoo Amaaraan Obbo Aliyyii Usumaan Ammee jiraataa aanaa Harxummaa Fursee ajjeefame. #OromoVoice qbo-abo-wbo.org/2024/02/28/hid…
Maallaqni haqa hin bitu. "Ethiopia’s Fano militias launch US lobbying campaign" @JulianPecquet @abbaguutuu theafricareport.com/338583/ethiopi…
Is their worst nightmare. When OLA liberates Oromia the Empire will be dead and that is the end of looting Oromia.
Why is it that some anti Oromo people want to push us (OLA) supporters to side with OPDO government by telling us you all are one, Oromummaa government,you built Minilik statue, blah blah The more I asked myself these question the clearer it became for me. Yes, because OLA
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessa barnoota siyaasa fi waraanummaan kaadhimamtoota ji'ootaaf barsiisa ture;Akkasumas, barattoota Ogummaa Fayyaan barsiisa ture bifa milkii qabuun eebbisiise dirqama itti aanuuf bobbaaseera.
Regarding Zekuala Monastery (OLF-OLA Statement February 28, 2024) Qeerroo Bilisummaa Oromoo qbo-abo-wbo.org/2024/02/28/reg…